Namoonni dhunfaafi gareen muraasni yeroo waraanni Kaaba Biyyattiitti tureefi isaan dura bulchiinsa MM Abiyyiifi raayyaa ittisa biyyaa leellisaa turan, dhiheenya keessa wayita 'Onagaawii' jechuun yoo ...
Dhaabbanii idil-addunyaa mirgoota namoomaaf falmu Amnastii Intarnaashinaal, miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) dubartootafi shamarran "garbummaa saalaa", akkasumas "gudeeddii garee" dabalatee ...