Sirna Gadaa Oromoo qorachuun hayyuun karaa saaqaniifi addunyaatti kan beeksisan Pirofeesar Asmaroom Laggaasaa du'aan boqotan. Pireezidantiin duraanii Waldaa Qorannoo Oromoo (OSA), Ibraahiim Elemoo ...